LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 22:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Fudhatama waan isiniif hin argamsiisneef, wanta mudaa qabu akkamii iyyuu hin dhiheessinaa.+

  • Leewwota 22:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Horiin aarsaa taʼee dhihaatu kam iyyuu kan jaame, kan cabe, kan cite, akkasumas kormammuu, cittoo yookiin roobbii kan qabu taʼuu hin qabu; horii akkanaa keessaa isa kam iyyuu Yihowaadhaaf hin dhiheessinaa yookiin iddoo aarsaa Yihowaa irratti aarsaa hin godhinaa.

  • Keessa Deebii 15:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Haa taʼu malee, horiin sun mudaa yoo qabaate, jechuunis yoo naafate, yoo jaame yookiin mudaa guddaa kan biraa akkamii iyyuu yoo qabaate Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaa gootee dhiheessuu hin qabdu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi