-
Leewwota 23:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Daabboowwan kanaa wajjinis hoolota xobbaallaa kormaa mudaa hin qabnee fi waggaa tokko taʼan torba, jibicha tokkoo fi korbeeyyii hoolaa lama dhiheessaa.+ Isaanis aarsaa midhaanii fi aarsaawwan dhugaatii wajjin akka aarsaa ibiddaan dhihaatu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisuutti* aarsaa gubamu taʼanii Yihowaadhaaf ni dhihaatu.
-