-
Lakkoofsa 28:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+ 27 Jibicha lama, korbeessa hoolaa tokkoo fi hoolota xobbaallaa kormaa waggaa tokko taʼan torba aarsaa gubamu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* gootanii ni dhiheessitu;+
-