Izraa 3:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis isaan akka seerichi ajajutti Ayyaana Daasii* ni kabajan;+ guyyaa guyyaadhaanis hamma ajajame aarsaawwan gubaman ni dhiheessan.+
4 Achiis isaan akka seerichi ajajutti Ayyaana Daasii* ni kabajan;+ guyyaa guyyaadhaanis hamma ajajame aarsaawwan gubaman ni dhiheessan.+