21 “‘Namni tokko wareega isaa raawwachuuf yookiin kennaa fedhiidhaan kennamu dhiheessuuf aarsaa gamtaa Yihowaadhaaf yoo dhiheesse,+ fudhatama akka argatuuf loon yookiin bushaayee isaa keessaa horii mudaa hin qabne haa dhiheessu. Mudaan akkamii iyyuu horii sana irratti argamuu hin qabu.