LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 4:38-40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Ilmaan Geershon+ akka maatii maatii isaaniittii fi akka mana abbootii isaaniitti, 39 warri umuriin isaanii waggaa 30 hamma 50 taʼee fi garee dunkaana walgaʼii keessatti tajaajiluuf ramadame keessatti argaman hundi ni galmeeffaman. 40 Warri akka maatii maatii isaaniittii fi akka mana abbootii isaaniitti galmeeffaman walumaa galatti 2,630 turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi