21 Geershon irraa kan dhufan maatii Libnotaa+ fi maatii Shimeʼiiwotaa turan. Kanneen kun maatiiwwan Geershonotaa turan. 22 Dhiironni isaanii warri umuriin isaanii jiʼa tokkoo fi isaa ol taʼe, warri galmeeffaman walumaa galatti lakkoofsi isaanii 7,500 ture.+