LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 94:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 94 Waaqa haaloo baʼu kan taate yaa Yihowaa,+

      Ati Waaqni haaloo baatu, ifa kee ibsi!

  • Isaayyaas 1:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni Gooftaa dhugaa taʼe,

      Inni Humna Qabeessi kan Israaʼel akkana jedha:

      “Kunoo, ani hamajaajota koo of duraa haxaaʼee nan balleessa,

      Diinota koo irrattis haaloo nan baʼa.+

  • Naahom 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaan Waaqa guutummaatti akka isaaf bulan barbaaduu fi haaloo baʼu dha;+

      Yihowaan haaloo ni baʼa, dheekkamsa isaa ibsuufis qophaaʼaa dha.+

      Yihowaan diinota isaa irratti haaloo ni baʼa,

      Hamajaajota isaatiifis dheekkamsa walitti ni qaba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi