Keessa Deebii 32:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Haaloo baʼuunii fi adabuun kan koo ti;+Yeroo murteeffametti miilli isaanii ni mucucaata;+Guyyaan badiisa isaanii dhihaateera,Wanti isaan eeggatus dafee ni dhufa.’ Keessa Deebii 32:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Goraadee koo isa calaqqisu yommuun qaradhu,Harka koos murtiidhaaf yommuun qopheessu,+Diinota koo irratti haaloo nan baʼa,+Warra na jibbanis nan adaba. Isaayyaas 59:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Inni wanta isaan raawwataniif gatii isaanii isaaniif ni kenna:+ Hamajaajota isaatti dheekkamsa, diinota isaattis adaba fida.+ Odolawwaniifis gatii isaanii ni kenna.
35 Haaloo baʼuunii fi adabuun kan koo ti;+Yeroo murteeffametti miilli isaanii ni mucucaata;+Guyyaan badiisa isaanii dhihaateera,Wanti isaan eeggatus dafee ni dhufa.’
41 Goraadee koo isa calaqqisu yommuun qaradhu,Harka koos murtiidhaaf yommuun qopheessu,+Diinota koo irratti haaloo nan baʼa,+Warra na jibbanis nan adaba.
18 Inni wanta isaan raawwataniif gatii isaanii isaaniif ni kenna:+ Hamajaajota isaatti dheekkamsa, diinota isaattis adaba fida.+ Odolawwaniifis gatii isaanii ni kenna.