Faarfannaa 73:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+ Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+ Faarfannaa 73:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ati dhugumaan lafa mucucaatu irra isaan dhaabbachiista.+ Kufanii akka badanis ni goota.+
12 Eeyyee, namoonni kun hamoota, warra yeroo hunda rakkina malee jiraatani dha.+ Isaan qabeenya isaanii ni baayʼifatu.+