Faarfannaa 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yaa Yihowaa, harka keetiinNamoota addunyaa* kanaa warra qoodni isaanii jireenyuma kana taʼe jalaa,+Warra wantoota gaggaarii qopheessiteen quubsitu jalaa,+Akkasumas ilmaan isaanii warra hedduu taʼaniif dhaala dabarsan jalaa na oolchi.
14 Yaa Yihowaa, harka keetiinNamoota addunyaa* kanaa warra qoodni isaanii jireenyuma kana taʼe jalaa,+Warra wantoota gaggaarii qopheessiteen quubsitu jalaa,+Akkasumas ilmaan isaanii warra hedduu taʼaniif dhaala dabarsan jalaa na oolchi.