- 
	                        
            
            Faarfannaa 35:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 Yommuu maleekaan Yihowaa isaan hordofus,
Daandiin isaanii dukkanaa fi mucuca haa taʼu.
7 Isaan sababii malee na qabuuf dhoksaatti saaphana diriirsaniiru;
Sababii malees boolla naaf* qotaniiru.
 
 -