-
Leewwota 26:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isin diinota keessan dhugumaan ni ariitu; isaanis goraadeedhaan isin duratti ni kukkufu. 8 Isin keessaa namni shan nama 100 ni ariʼa; namni 100 immoo nama 10,000 ni ariʼa; diinonni keessanis goraadeedhaan isin duratti ni kukkufu.+
-