-
Abbootii Murtii 7:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Giidewonis abjuu sanaa fi hiika isaa akkuma dhagaʼeen,+ waaqeffannaa dhiheessuuf gad ni gombifame. Sana booda gara buufata Israaʼelitti deebiʼee, “Yihowaan buufata Miidiyaan harka keessanitti dabarsee waan kenneef, kaʼaa” jedhe. 16 Namoota 300n sanas garee sadiitti qoodee hunda isaaniitiif xurumbaa+ fi hubboo* guddaa gucni* keessa jiru ni kenne.
-