LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 26:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis Daawit Ahimelek Heetichaan,+ akkasumas Abishaay+ isa ilma Zeruuyaa+ fi obboleessa Yoʼaab taʼe sanaan, “Eenyutu anaa wajjin gara buufata Saaʼolitti gad buʼa?” jedhe. Abishaayis, “Ani sii wajjin gad nan buʼa” jedhee isaaf deebise.

  • 2 Saamuʼel 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ilmaan Zeruuyaa sadan,+ Yoʼaab,+ Abishaayii+ fi Asaahel+ achi turan; Asaahel akka borofa dirree keessa jirtuutti saffisaan fiiga ture.

  • 2 Saamuʼel 18:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Daawit namoota harka sadii keessaa harka tokko ajaja* Yoʼaab+ jalatti, namoota harka sadii keessaa harka tokko ajaja Abishaay+ obboleessa Yoʼaab ilma Zeruuyaa+ jalatti, namoota harka sadii keessaa harka tokko immoo ajaja Iitaay+ isa nama Gaat taʼe jalatti ramadee erge. Achiis mootichi, “Anis isinii wajjin nan baʼa” isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi