LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 16:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti Abishaay ilmi Zeruuyaa+ mootichaan, “Saree duʼaan+ kun gooftaa koo mooticha kan abaaru maaliifi?+ Maaloo, dhaqeen mataa isaa irraa mura”+ jedhe.

  • 2 Saamuʼel 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis mootichi Yoʼaab, Abishaayii fi Iitaayiin, “Anaaf jedhaatii ilma koo Abishaalomitti gara laafina argisiisaa” jedhee ajaje.+ Mootichi Abishaalomiin ilaalchisee yommuu ajajjoota hundumaatiif ajaja kennu namoonni sun hundi ni dhagaʼan.

  • 2 Saamuʼel 23:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Abishaay+ obboleessi Yoʼaab ilmi Zeruuyaa+ dura buʼaa namoota kan biroo sadii ture; inni eeboo isaa mirmirsee namoota 300 ni ajjeese; akkuma namoota sadaniis beekamaa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi