-
1 Seenaa Baraa 11:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Abishaay+ obboleessi Yoʼaab+ dura buʼaa namoota kan biroo sadii ture; inni eeboo isaa mirmirsee namoota 300 ni ajjeese; akkuma namoota sadaniis beekamaa ture.+ 21 Inni namoota sadan kan biroo keessaa tokko ture; lamaan isaanii caalaa beekamaa fi ajajaa isaanii yoo taʼe iyyuu, sadarkaa namoonni jalqabaa sadan sun qaban hin arganne.
-