-
2 Saamuʼel 15:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Iitaay garuu, “Yihowaa isa jiraataa taʼeen, akkasumas lubbuu gooftaa koo mootichaa isa jiraataadhaan nan kakadha, bakka gooftaan koo mootichi taʼu hundumaa tajaajilaan kees achi ni taʼa; ani sii wajjin duʼuuf illee qophaaʼaa dha!” jedhee mootichaaf deebise.+
-