Fakkeenya 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Michuu dhugaan yeroo hundumaa jaalala argisiisa,+Inni obboleessa yeroo dhiphinaatiif dhalate dha.+ Fakkeenya 18:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Hiriyoonni wal balleessuuf qophaaʼan jiru,+Garuu michuun obboleessa caalaa namatti maxxanu jira.+
17 Michuu dhugaan yeroo hundumaa jaalala argisiisa,+Inni obboleessa yeroo dhiphinaatiif dhalate dha.+