Fakkeenya 18:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Hiriyoonni wal balleessuuf qophaaʼan jiru,+Garuu michuun obboleessa caalaa namatti maxxanu jira.+ Yohaannis 15:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Nama michoota isaatiif lubbuu isaa dabarsee kennu caalaa, eenyu iyyuu jaalala guddaa qabaachuu hin dandaʼu.+
13 Nama michoota isaatiif lubbuu isaa dabarsee kennu caalaa, eenyu iyyuu jaalala guddaa qabaachuu hin dandaʼu.+