LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani tiksee gaarii dha;+ tiksee gaariin hoolota isaatiif jedhee lubbuu isaa dabarsee ni kenna.+

  • Roomaa 5:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Nama qajeelaadhaaf kan duʼu tokko illee hin jiru; nama gaariidhaaf kan duʼu garuu, tarii jiraachuu dandaʼa. 8 Haa taʼu malee, Waaqayyo utuma nuti cubbamoota taanee jirruu, Kiristoos nuuf jedhee akka duʼu gochuudhaan jaalala nuuf qabu argisiiseera.+

  • Efesoon 5:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, ijoollee jaallatamoo waan taataniif, Waaqayyoon kan fakkaattan taʼaa;+ 2 akkuma Kiristoos nu* jaallachuudhaan+ nuuf* jedhee Waaqayyoof kennaa fi aarsaa urgaa gaarii qabu+ godhee of dhiheesse, jaalalaan deddeebiʼuu keessan itti fufaa.+

  • 1 Yohaannis 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Inni lubbuu isaa dabarsee waan nuu kenneef kanaan jaalala beekneerra;+ nutis obboloota keenyaaf lubbuu keenya dabarsinee kennuuf dirqamni nu irra jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi