LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isin keessaa namni shan nama 100 ni ariʼa; namni 100 immoo nama 10,000 ni ariʼa; diinonni keessanis goraadeedhaan isin duratti ni kukkufu.+

  • Abbootii Murtii 3:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Isa booda immoo Shaamgaar+ ilmi Anaat inni arfii* looniitiin+ Filisxeemota+ 600 ajjeese ni kaʼe; innis Israaʼelota ni oolche.

  • 2 Saamuʼel 23:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi