-
Abbootii Murtii 15:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Haa taʼu malee, Saamson, “Amma Filisxeemonni miidhaa ani isaan irraan geessisuuf na komachuu hin dandaʼan” isaaniin jedhe.
-
-
Abbootii Murtii 15:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yeroo kanatti inni lafee mangaagaa wadala harree hoʼaa taʼe tokko argate; harka isaa hiixatee isa fuudhee namoota 1,000 ittiin ajjeese.+
-
-
1 Saamuʼel 17:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Kanaafuu, Daawit furrisaa fi dhagaadhaan qofa Filisxeemicha moʼe; akka kanaan Daawit harka isaa irraa goraadee utuu hin qabaatin Filisxeemicha rukutee ajjeese.+
-