LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Isa booda immoo Shaamgaar+ ilmi Anaat inni arfii* looniitiin+ Filisxeemota+ 600 ajjeese ni kaʼe; innis Israaʼelota ni oolche.

  • Abbootii Murtii 15:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yeroo kanatti inni lafee mangaagaa wadala harree hoʼaa taʼe tokko argate; harka isaa hiixatee isa fuudhee namoota 1,000 ittiin ajjeese.+ 16 Achiis Saamson akkana jedhe:

      “Lafee mangaagaa harreetiin tuullaa irratti tuullaa nan dabale!

      Lafee mangaagaa harreetiin namoota 1,000 nan ajjeese.”+

  • 1 Saamuʼel 17:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Namoonni asitti walitti qabaman hundi* Yihowaan kan oolchu goraadeedhaan yookiin eeboodhaan akka hin taane ni beeku;+ lolli kun kan Yihowaa waan taʼeef,+ inni hunduma keessan harka keenyatti dabarsee ni kenna.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi