Keessa Deebii 28:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Yihowaan diinonni kee warri si irratti kaʼan si duratti akka moʼaman ni godha.+ Isaan kallattii tokkoon si haleelu, garuu kallattii adda addaa torbaan si irraa baqatu.+
7 “Yihowaan diinonni kee warri si irratti kaʼan si duratti akka moʼaman ni godha.+ Isaan kallattii tokkoon si haleelu, garuu kallattii adda addaa torbaan si irraa baqatu.+