-
Faarfannaa 95:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kanaan kan kaʼes, dheekkamsa kootiin,
“Isaan gara boqonnaa kootti hin galan”+ jedheen kakadhe.
-
-
Ibroota 3:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Warri inni gara boqonnaa isaatti akka hin galle itti kakate eenyufaa turan? Warra ajajamuu didan sana hin turree?
-