LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kaaleb ilma Yofunee fi Iyyaasuu ilma Nuuniin alatti+ tokkoon keessan illee biyya akka keessa jiraattan isiniif kakadhetti* hin galtan.+

  • Faarfannaa 95:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaan kan kaʼes, dheekkamsa kootiin,

      “Isaan gara boqonnaa kootti hin galan”+ jedheen kakadhe.

  • Faarfannaa 106:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kanaafuu, inni lafa onaa keessatti akka dhuman gochuuf

      Waaʼee isaanii harka isaa ol kaasee kakate;+

      27 Sanyiiwwan isaanii saboota gidduutti akka dhuman akka godhu,

      Biyyoota garaa garaa keessattis akka isaan bittinneessus ni kakate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi