Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu. Keessa Deebii 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+