Keessa Deebii 28:64 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 64 “Yihowaan andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti saboota hundumaa gidduutti si bittinneessa;+ atis achitti waaqolii mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra atis taate abbootiin kee hin beekne waaqeffachuuf dirqamta.+ Nahimiyaa 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Maaloo, wanta tajaajilaa kee Musee akkana jechuudhaan ajajje* yaadadhu: ‘Amanamoo utuu hin taʼin yoo haftan, ani saboota gidduutti isin nan bittinneessa.+
64 “Yihowaan andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti saboota hundumaa gidduutti si bittinneessa;+ atis achitti waaqolii mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra atis taate abbootiin kee hin beekne waaqeffachuuf dirqamta.+
8 “Maaloo, wanta tajaajilaa kee Musee akkana jechuudhaan ajajje* yaadadhu: ‘Amanamoo utuu hin taʼin yoo haftan, ani saboota gidduutti isin nan bittinneessa.+