Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu. Nahimiyaa 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Maaloo, wanta tajaajilaa kee Musee akkana jechuudhaan ajajje* yaadadhu: ‘Amanamoo utuu hin taʼin yoo haftan, ani saboota gidduutti isin nan bittinneessa.+ Luqaas 21:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Isaan qara goraadeetiin ni ajjeefamu; boojiʼamaniis gara saboota hundumaatti ni geeffamu;+ hanga barri sabootaaf* murteeffame raawwatamutti Yerusaalem sabootaan* ni dhidhiitamti.+
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
8 “Maaloo, wanta tajaajilaa kee Musee akkana jechuudhaan ajajje* yaadadhu: ‘Amanamoo utuu hin taʼin yoo haftan, ani saboota gidduutti isin nan bittinneessa.+
24 Isaan qara goraadeetiin ni ajjeefamu; boojiʼamaniis gara saboota hundumaatti ni geeffamu;+ hanga barri sabootaaf* murteeffame raawwatamutti Yerusaalem sabootaan* ni dhidhiitamti.+