Baʼuu 14:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kanaafuu, bishaanichi karaa mirgaa fi karaa bitaa isaanii akka girgiddaa taʼee utuma dhaabbatee jiruu,+ Israaʼelonni galaanicha gidduu lafa gogaa irra ni ceʼan.+
22 Kanaafuu, bishaanichi karaa mirgaa fi karaa bitaa isaanii akka girgiddaa taʼee utuma dhaabbatee jiruu,+ Israaʼelonni galaanicha gidduu lafa gogaa irra ni ceʼan.+