Baʼuu 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Guutummaan yaaʼii Israaʼel akka ajaja Yihowaan kennetti+ bakka adda addaa buufachaa lafa onaa Siin+ keessaa baʼanii deeman; achiis Refiidim keessa buufatan.+ Haa taʼu malee, sabichi bishaan dhugu hin qabu ture. Baʼuu 17:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda Amaaleqonni+ dhufanii Refiidimitti Israaʼelota irratti waraana banan.+
17 Guutummaan yaaʼii Israaʼel akka ajaja Yihowaan kennetti+ bakka adda addaa buufachaa lafa onaa Siin+ keessaa baʼanii deeman; achiis Refiidim keessa buufatan.+ Haa taʼu malee, sabichi bishaan dhugu hin qabu ture.