Lakkoofsa 27:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gaara Abaariim+ kanatti ol baʼiitii, biyya ani Israaʼelotaaf kennu ilaali.+ Keessa Deebii 32:48, 49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Yihowaan guyyuma kanatti akkana jedhee Museetti dubbate: 49 “Gara Gaara Neboo+ isa gaara Abaariim+ taʼe, isa biyya Moʼaab keessatti fuullee Yerikootti argamu kanatti ol baʼiitii, biyya Kanaʼaan isan dhaalaan Israaʼelotaaf kennu ilaali.+
12 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gaara Abaariim+ kanatti ol baʼiitii, biyya ani Israaʼelotaaf kennu ilaali.+
48 Yihowaan guyyuma kanatti akkana jedhee Museetti dubbate: 49 “Gara Gaara Neboo+ isa gaara Abaariim+ taʼe, isa biyya Moʼaab keessatti fuullee Yerikootti argamu kanatti ol baʼiitii, biyya Kanaʼaan isan dhaalaan Israaʼelotaaf kennu ilaali.+