LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 13:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Loox isa irraa erga addaan baʼee booda Yihowaan Abraamiin akkana jedhe: “Maaloo, ol jedhiitii bakka jirtu kana irraa gara kaabaa fi gara kibbaa, akkasumas gara bahaa fi gara dhihaa ilaali; 15 sababiin isaas, ani biyya ilaaltu kana hundumaa sii fi sanyii keetiif dhaala dhaabbataa godhee nan kenna.+

  • Keessa Deebii 3:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Gara fiixee Phisgaatti ol baʼiitii,+ gara dhihaa, gara kaabaa, gara kibbaa fi gara bahaa ilaali; ati Yordaanosiin waan hin ceeneef, biyyattii ijuma keetiin ilaali.+

  • Keessa Deebii 32:52
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Ati biyyattii fagoodhaa ilaalta malee, biyya ani saba Israaʼeliif kennu kanatti hin galtu.”+

  • Keessa Deebii 34:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis Museen gammoojjii Moʼaab irraa kaʼee gara Gaara Neboo+ isa fiixee Phisgaa+ irratti, Yerikoo+ fuulleetti argamutti ol ni baʼe. Yihowaanis guutummaa biyyattii, jechuunis Giiliyaadii hamma Daanitti,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi