Keessa Deebii 32:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni Hundaa Olii yommuu sabootaaf dhaala isaanii kennetti,+Yommuu ilmaan Addaam* isa tokko isa kan biraa irraa adda baasetti,+Inni akka lakkoofsa ilmaan Israaʼelitti,+Daangaa sabootaa ni murteesse.+
8 Inni Hundaa Olii yommuu sabootaaf dhaala isaanii kennetti,+Yommuu ilmaan Addaam* isa tokko isa kan biraa irraa adda baasetti,+Inni akka lakkoofsa ilmaan Israaʼelitti,+Daangaa sabootaa ni murteesse.+