Iyyaasuu 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Biyyi gosa Yihudaatiif akka maatii maatii isaaniitti carraadhaan hihirame+ hamma daangaa Edoom,+ jechuunis lafa onaa Ziin, akkasumas hamma qarqara Negeeb karaa kibbaatiin argamuutti kan fagaatu dha. Iyyaasuu 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis kallattii kibbaatiin tabba Aqraabiim+ qabatee Ziin bira ni darba; itti fufuudhaanis kallattii kibbaa irraa gara Qaadesh Barneʼaatti+ ol baʼee Hesroonitti ceʼee gara Adaar erga deemee booda gara Qaarqaatti naannaʼa.
15 Biyyi gosa Yihudaatiif akka maatii maatii isaaniitti carraadhaan hihirame+ hamma daangaa Edoom,+ jechuunis lafa onaa Ziin, akkasumas hamma qarqara Negeeb karaa kibbaatiin argamuutti kan fagaatu dha.
3 Achiis kallattii kibbaatiin tabba Aqraabiim+ qabatee Ziin bira ni darba; itti fufuudhaanis kallattii kibbaa irraa gara Qaadesh Barneʼaatti+ ol baʼee Hesroonitti ceʼee gara Adaar erga deemee booda gara Qaarqaatti naannaʼa.