Lakkoofsa 34:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Daangaan keessan karaa kibba tabba Aqraabiim+ darbuuf kallattii isaa jijjiiree hamma Ziinitti itti fufa; dhumni isaas Qaadesh Barneʼaa+ irraa gara kibbaa ni taʼa. Achiis gara Hazaar Adaaritti+ qajeelee hamma Azmoonitti itti fufa.
4 Daangaan keessan karaa kibba tabba Aqraabiim+ darbuuf kallattii isaa jijjiiree hamma Ziinitti itti fufa; dhumni isaas Qaadesh Barneʼaa+ irraa gara kibbaa ni taʼa. Achiis gara Hazaar Adaaritti+ qajeelee hamma Azmoonitti itti fufa.