-
Lakkoofsa 26:54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
54 Gareewwan guguddaa taʼaniif dhaala hedduu taʼe kenni; gareewwan xixinnoo taʼaniif immoo dhaala xinnoo taʼe kenni.+ Dhaalli tokkoon tokkoon gareetiif kennamu lakkoofsa warra galmeeffaman sanaa wajjin kan wal gitu haa taʼu.
-
-
Lakkoofsa 33:54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
54 Maatiiwwan keessaniif lafattii dhaala godhaatii carraadhaan+ hiraa. Gareewwan guguddaa taʼaniif dhaala hedduu, gareewwan xixinnoo taʼaniif immoo dhaala xinnoo kennaa.+ Namni hundi bakka carraan isaa irra buʼe ni dhaala. Isinis akka gosoota abbootii keessaniitti lafa keessan dhaala gootanii ni fudhattu.+
-