LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 19:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Waaqni kee Yihowaan akkuma abbootii keetiif kakatetti daangaa kee yommuu balʼisuu+ fi biyya abbootii keetiif kennuuf waadaa gale hundumaa yommuu siif kennu,+ 9 ajajawwan Waaqa kee Yihowaa akka jaallattuu fi yeroo hundumaa daandiiwwan isaa irra akka deemtu harʼa ani siif kenne kana hundumaa amanamummaadhaan eegi;+ magaalota sadan kana irrattis magaalota kan biraa sadii dabali.+

  • Iyyaasuu 20:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isaan Galiilaa ishii naannoo gaarotaa Niftaalemitti argamtu keessatti Qeedeshiin,+ naannoo gaarotaa Efreem keessatti Sheekemiin,+ akkasumas naannoo gaarotaa Yihudaa keessatti Qiriyaat Arbaa,+ jechuunis Kebrooniin kaayyoo kanaaf ni murteessan.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi