Baʼuu 25:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Isaan muka laaftoo irraa taabota* dheerinni isaa dhundhuma* lamaa fi walakkaa, dalgi isaa dhundhuma tokkoo fi walakkaa, ol dheerinni isaas dhundhuma tokkoo fi walakkaa taʼe ni tolchu.+
10 “Isaan muka laaftoo irraa taabota* dheerinni isaa dhundhuma* lamaa fi walakkaa, dalgi isaa dhundhuma tokkoo fi walakkaa, ol dheerinni isaas dhundhuma tokkoo fi walakkaa taʼe ni tolchu.+