LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Ati garuu sabicha keessaa namoota gaʼumsa qabanii+ fi Waaqayyoon sodaatan, akkasumas namoota amanamoo buʼaa sirrii hin taane jibban+ filadhuutii ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, ajajjoota shantamaa fi ajajjoota kudhanii godhii isaan irratti muudi.+

  • Lakkoofsa 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 ajajjoonni Israaʼel+ warri dura buutota manneen abbootii isaanii taʼan kennaa ni dhiheessan. Ajajjoonni gosootaa warri hojii galmeessuu ol aantummaadhaan toʼachaa turan kun,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi