Lakkoofsa 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Israaʼelonni bakka tokkoo gara bakka kan biraa yommuu dhaqan, Aaronii fi ilmaan isaa ol seenanii golgaa+ sana gad buusuudhaan qadaada taabota Dhugaa Baatuu sanaa ittiin haa haguugan.+
5 Israaʼelonni bakka tokkoo gara bakka kan biraa yommuu dhaqan, Aaronii fi ilmaan isaa ol seenanii golgaa+ sana gad buusuudhaan qadaada taabota Dhugaa Baatuu sanaa ittiin haa haguugan.+