-
Lakkoofsa 3:25, 26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Itti gaafatamummaan ilmaan Geershon+ dunkaana walgaʼii keessatti qaban, godoo qulqulluu fi dunkaana+ isaa, wanta isa irraan uwwifamuu+ fi golgaa+ balbala dunkaana walgaʼii, 26 golgaawwan mooraa isaa,+ golgaa+ karra mooraa isa godoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti marsee jiruu fi funyoowwan dunkaanaa kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabate hundumaa raawwachuu ture.
-