26 Dhaʼicha sana booda+ Yihowaan Musee fi Eleʼazaar ilma Aaron lubichaatiin akkana jedhe: 2 “Guutummaa yaaʼii Israaʼel keessaa warra umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe, akka manneen abbootii isaaniitti warra raayyaa waraanaa Israaʼel keessa galanii tajaajiluu dandaʼan hundumaa lakkaaʼaa.”+