LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yeroo ilmaan Israaʼel galmeessituu fi lakkooftu hundumaatti,+ tokkoon tokkoon namaa yeroo kanatti lubbuu isaatiif Yihowaadhaaf furii haa kennu. Kunis, yeroo isaan galmeeffamanitti dhaʼichi akka isaanitti hin dhufneefi.

  • Baʼuu 38:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namni umuriin isaa waggaa 20 fi isaa ol taʼee galmeeffame hundi akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti sheeqilii walakkaa ni fide;+ namoonni kunis 603,550 turan.+

  • Lakkoofsa 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akka maatii maatii isaaniitti, akka manneen abbootii isaaniittii fi akka lakkoofsa maqaawwan dhiirotaa hundumaatti guutummaa yaaʼii Israaʼel* mata mataatti lakkaaʼi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi