Baʼuu 30:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Yeroo ilmaan Israaʼel galmeessituu fi lakkooftu hundumaatti,+ tokkoon tokkoon namaa yeroo kanatti lubbuu isaatiif Yihowaadhaaf furii haa kennu. Kunis, yeroo isaan galmeeffamanitti dhaʼichi akka isaanitti hin dhufneefi.
12 “Yeroo ilmaan Israaʼel galmeessituu fi lakkooftu hundumaatti,+ tokkoon tokkoon namaa yeroo kanatti lubbuu isaatiif Yihowaadhaaf furii haa kennu. Kunis, yeroo isaan galmeeffamanitti dhaʼichi akka isaanitti hin dhufneefi.