LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 38:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Meetiin yaaʼii sana keessaa warri galmeeffaman kennan, akka madaallii sheeqilii iddoo qulqulluu dhaabbataa taʼe* sanaatti taalaantii 100 fi sheeqilii 1,775 ture.

  • Lakkoofsa 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Akka maatii maatii isaaniitti, akka manneen abbootii isaaniittii fi akka lakkoofsa maqaawwan dhiirotaa hundumaatti guutummaa yaaʼii Israaʼel* mata mataatti lakkaaʼi.+

  • 2 Saamuʼel 24:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, Daawit uummaticha erga lakkaaʼee booda garaan* isaa isa ceephaʼe.+ Achiis Daawit Yihowaadhaan, “Ani kana gochuu kootiin cubbuu guddaa hojjedheera.+ Ammas yaa Yihowaa, ani gowwummaa guddaa waanan raawwadheef,+ maaloo, dogoggora ani tajaajilaan kee raawwadhe naaf dhiisi” jedhe.+

  • 2 Saamuʼel 24:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Yihowaan ganamaa jalqabee hamma yeroo murteeffame sanaatti Israaʼel irratti golfaa+ erge; kanaan kan kaʼes, warra Daanii jalqabee hanga Ber Sheebaatti+ jiran keessaa namoonni 70,000 ni duʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi