LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 21:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Yihowaan Israaʼel irratti golfaa erge;+ kanaan kan kaʼes Israaʼel keessaa namoonni 70,000 ni duʼan.+ 15 Kana malees, Waaqni dhugaan Yerusaalemiin akka balleessuuf maleekaa tokko ni erge; haa taʼu malee, inni ishii balleessuuf yommuu jedhu, Yihowaan badiisa gaʼaa jiru sana argee ni gaabbe;*+ maleekaa isa badiisa geessisaa jiru sanaanis, “Ni gaʼa!+ Amma harka kee irraa deebisi” jedhe. Maleekaan Yihowaa oobdii Ornaan+ Yebuusichaa+ bira dhaabbatee ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi