-
2 Saamuʼel 24:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Yihowaan ganamaa jalqabee hamma yeroo murteeffame sanaatti Israaʼel irratti golfaa+ erge; kanaan kan kaʼes, warra Daanii jalqabee hanga Ber Sheebaatti+ jiran keessaa namoonni 70,000 ni duʼan.+ 16 Maleekaan sun ishii balleessuuf yommuu harka isaa gara Yerusaalemitti diriirsu, Yihowaan badiisa gaʼaa jiru sanatti gaabbee*+ maleekaa isa sabicha gidduutti badiisa geessisaa ture sanaan, “Ni gaʼa! Amma harka kee irraa deebisi” jedhe. Maleekaan Yihowaa oobdii Arawunaa+ Yebuusichaa+ bira jira ture.
-