-
Ermiyaas 26:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “Yeroo sanatti Hisqiyaas Mootichii fi guutummaan Yihudaa isa ajjeesaniiruu? Inni Yihowaa sodaatee Yihowaan gara laafina akka isatti argisiisu hin kadhannee? Kanaan kan kaʼes, Yihowaan badiisa isaan irratti akka fidu dubbate sana ilaalchisee yaada isaa hin jijjiirree?*+ Kunoo, nuti badiisa guddaa of* irratti fiduuf jenna.
-